Akkam jirtu Lij Miki jedhama
Poppo live irratti hojjachuu ergan eegalee waggaa tokko guteera; haa ta'u malee ji aati qarshii 10000-15000 ol argachaan jira
Poppo live irratti hojjachuu ergan eegalee waggaa tokko guteera; haa ta'u malee ji aati qarshii 10000-15000 ol argachaan jira
Kan sin ajaa'ibu marsariitii kana irratti hojii hojjachuuf; sadarkaa barnootaa kan hin gaafanne ta'uun isaa, yeroo nutti tolutti haala mijeeffannee hojjachuu danda'uun keenya,afaan barbaannee fi dandeenyuun dubbachuu danda'un keenya, carraa namoota addunyaa biyyoota garaagaraa waliin wal baruu akka dandeenyuuf carraa nuuf banuun isaa hojicha jaalannee akka hojjannu nu godha. Amma kallattiidhaan akkamitti akka banannu haa ilaallu.
Kallattiidhumaan playstore irraa kan danda'amu haa ta'u iyyuu malee karaan filatamaan karaa liinkii banachuu waan ta'eef liinkiin armaan gadi kana tuquudhaan gadi buufadhaa. ⬇️
Liinkichaan erga gadi buufattanii booda maaliin banattan filannoo siniif kenna. Achi keessaa kan isiniif mijatu filachuudhaan ittiin banattu.
. Fuulli Kun akkaawuntii poppo live haala gaariin banachuu keessan isiniif mirkaneessa. Kunis bilbila keessan warra gara gadii keessaa mallattoo isa 5ffaa irra jiruu tuqna
Akkuma kana tuqneen "Auth" kan jedhu tuquudhaan suura keenyaa fi ashaaraa fuulaa kennina. Yeroo ashaaraa kenninu bakka kanatti ashaangulittii argamtu akkeessuu yookin waan isheen jettu irra deebinee jechuu qabna. Yeroo kana waanti fuula keenya dhoksu jiraachuu hin qabu; kanneen akka maask, leensii ijaa fa'aati....
Kunis kan mul'atu suuraa lakkoofsa 4 irratti mul'atu irratti "My Agency" kan jedhu cuqaasuun booda "Please enter agent's ID" kan jedhu cuqaasuun "45467966" kan jedhu galchaa yoo maqaan "Lij Miki" jedhu mul'ate "Please enter agent's ID" kan jedhu cuqaasaa. fi dhumarratti "confirm" kan jedhu cuqaasuun dhumarratti certificate nutti agarsiisa.
Tempileetii kana nuti akka siniif sirreessinu yoo barbaaddan, kan isinirraa eegamu maqaa keessan,suura keessanii fi liinkiiwwan midiyaalee hawaasaa keessan garaagaraa qofa. Akkaawuntii telegiraamii jala kana jiruun nu dubbisaa
Contact Us on TelegramThis template is licensed to Winshet Taye.
Unauthorized resale or distribution is strictly prohibited.
To use or edit this template legally, please contact us via Telegram.
Contact on Telegram